Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | WEEDDUU WEEDDUU CAALU 1-8

Durba Shulaam—Fakkeenya Hordofuu Qabnu

Durba Shulaam—Fakkeenya Hordofuu Qabnu

Namoota Yihowaa waaqeffataniif fakkeenya gaarii akka taatu kan ishii taasisu maali dha?

2:7; 4:12

  • Hanga jaalala dhugaa argatutti obsaan eegdeetti

  • Namoonni abbuma argiteef miira jaalalaa akka qabaattu dhiibbaa akka ishii irratti godhan hin heyyamne

  • Kan gad of qabdu, iddoo ishii kan beektuu fi qulqulluu turte

  • Warqeedhaan ykn sossobbiidhaan gowwoomfamtee jaalala jalqabuu hin barbaanne

Akkana jedhii of gaafadhu:

‘Amalli gaariin Shulaamittii ani hordofuu barbaadu isa kami?’