Sadaasa 7-13
FAKKEENYA 27-31
Faarfannaa 3 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Haadha Manaa Mana Ishii Qabuu Dandeessuu Ibsa”: (Daq. 10)
Fak 31:10-12—Ishiin amanamtuu dha (w15 1/15 20 key. 10; w00-AM 2/1 31 key. 2; it-2-E 1183)
Fak 31:13-27—Ishiin ciminaan hojjetti (w00-AM 2/1 31 key. 3-4)
Fak 31:28-31—Nama hafuuraa galateeffatamuu qabdu dha (w15 1/15 20 key. 8; w00-AM 2/1 31 key. 5, 8)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Fak 27:12—Bohaartii ilaalchisee hubannaa akka qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? (w15 7/1 8 key. 3)
Fak 27:21—Namni tokko ‘afaan warra isa galateeffatuutiin kan ilaalamu’ akkamitti? (w11-AM 8/1 29 key. 2; w06-AM 9/15 19 key. 11)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Fak 29:11–30:4
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni ittiin lixa mataa isaanii akka qopheeffatan jajjabeessi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 11
“Abbaan Manaa Ishee Yaaʼii Karra Mandaraa Keessatti Ulfina Qaba”: (Daq. 5) Haasaa jaarsaan dhihaatu.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10) Yoo barbaaddan barumsa Kitaaba Waggaa irraa argattan irratti mariʼadhaa. (yb16-E 40-41)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 18 key. 1-13
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 5 fi Kadhannaa