Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

Dhugaa Baʼuu

Gaaffii: Dhuguma jeequmsii fi waraanni ni hafaa?

Caqasa: Fr 37:10, 11

Yeroo Itti Aanuuf: Waadaa Kitaaba Qulqulluu kamtu abdii nuuf kenna?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA ARGATTA:

Deddeebii Gaaffii

Gaaffii: Waadaa Kitaaba Qulqulluu kamtu abdii nuuf kenna?

Caqasa: Mul 21:3, 4

Yeroo Itti Aanuuf: Kitaaba Qulqulluu hubachuuf maaltu nu gargaara?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA ARGATTA: