Muddee 12-18
2 MOOTOTA 16-17
Faarfannaa 115 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Obsi Yihowaa Daangaa Qaba”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Mo 17:29—“Warri Samaariyaa” caqasa kanarratti ibsaman eenyufaa turan? Booda hoo eenyufaa argisiisuuf itti hojjetame? (it-2-E 847)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 17:18-28 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Waaʼee weebsaayitii keenyaa itti himiitii kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 4)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 20)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 08 qabxii 5 (th qoʼannaa 9)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dhuma Sirna Kanaa Amanannaadhaan Eeggadhaa”: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 10) Viidiyoo jiʼa Muddeetiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 31
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 74 fi Kadhannaa