Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Obsi Yihowaa Daangaa Qaba

Obsi Yihowaa Daangaa Qaba

Yihowaan warri Asoor Israaʼeliin akka injifatan heyyameera (2Mo 17:5, 6; it-2-E 908 key. 5)

Yihowaan sabni isaa wanta inni jibbu raawwachuu isaanii waan itti fufaniif isaan adabeera (2Mo 17:9-12; it-1-E 414-415)

Yihowaan Israaʼelotatti obsa argisiiseera, akkasumas irra deddeebiʼee isaan akeekkachiiseera (2Mo 17:13, 14)

Abbaan keenya inni samii ilmaan namootaa warra mudaa qabanitti obsa guddaa argisiiseera. (2Ph 3:9) Haa taʼu malee, kaayyoo isaa galmaan gaʼuuf, yeroo dhihootti namoota hamoo balleessuuf tarkaanfii ni fudhata. Kun sirreeffama nuu kennamu fudhachuu fi ariitiidhaan lallabuuf nu kakaasuu kan qabu maaliifi?