Muddee 19-25
2 MOOTOTA 18-19
Faarfannaa 148 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Mormitoonni Keenya Nu Dadhabsiisuuf kan Yaalan Akkamitti?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Mo 19:37—Caqasni kun amanannaan Kitaaba Qulqulluurratti qabnu argannoowwan arkiyooloojiirratti kan hundaaʼe akka hin taane kan argisiisu akkamitti? (it-1-E 155 key. 4)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 18:1-12 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri, viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu tolaan qoʼachiisuuf goone itti himiitii kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 2)
Haasaa: (Daq. 5) w20.11 15 key. 14—Mata Duree: Warra Ariʼatamni Irra Gaʼaa Jiruuf Kadhachuu kan Dandeenyu Akkamitti? (th qoʼannaa 14)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yeroo Ariʼatamni Isinirra Gaʼu Gammadaa”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammadoo Taʼuu ni Dandeenya—Ariʼatamni Nu Irra Gaʼus jedhamu taphachiisi.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 7)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 32 qabxii 1-4 fi chaartii “Abjuun Waaʼee Mukichaa Ibsu Mootummaa Waaqayyoo Wajjin kan Wal Qabatu Akkamitti?” jedhu
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 22 fi Kadhannaa