Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Kadhannaan Yihowaan Tarkaanfii Akka Fudhatu Isa Kakaasa

Kadhannaan Yihowaan Tarkaanfii Akka Fudhatu Isa Kakaasa

Yihowaan Hisqiyaas dhukkuba isaarraa akka hin fayyine isatti himee ture (2Mo 20:1; ip-1-AM 394 key. 23)

Hisqiyaas Yihowaan amanamummaa isaa yaadatee akka isa fayyisu kadhateera (2Mo 20:2, 3; w17.03 21 key. 16)

Kadhannaan Hisqiyaas dhiheesse Yihowaan tarkaanfii akka fudhatu isa kakaaseera (2Mo 20:4-6; g01-AM 7/22 13 key. 4)

Kadhannaan keenya Yihowaan wanta utuu kadhachuu baannee hin goone gochuuf isa kakaasuu dandaʼa. Seenaan kun kadhannaatti jabaachuuf kan si kakaase akkamitti?