Muddee 5-11
2 MOOTOTA 13-15
Faarfannaa 127 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Garaa Guutuudhaan Carraaqqii Gochuun Eebba Hedduu Argamsiisa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Mo 13:20, 21—Dinqiin kun hambaalee amantii akka qulqulluutti ilaalaman kabajuun sirrii akka taʼe argisiisaa? (w05-AM 8/1 11 key. 3)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 13:20–14:7 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniif. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Barumsa 01 ffaa birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 20)
Haasaa: (Daq. 5) km 8/03 1—Mata Duree: Hojii Nama Haaromsu. (th qoʼannaa 11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Hojii Jabaannee Hojjenne ni Yaadata”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yihowaan ni Yaadata jedhamu taphachiisi.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 30
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 151 fi Kadhannaa