BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yihowaan Wanti hin Eegamne Akka Taʼu Godheera
Yihowaan yeroo beelli cimaan turetti guyyaa itti aanutti nyaanni irraa hafaan akka jiraatu dubbateera (2Mo 7:1; it-1-E 716-717)
Ajajaan waraanaa Israaʼel tokko waadaa Yihowaan galetti qoosee ture (2Mo 7:2)
Yihowaan wanti hin eegamne akka taʼu godheera (2Mo 7:6, 7, 16-18)
Yihowaan badiisni sirna kanaa utuu hin eegamin akkuma tasaa akka dhufu dubbateera. (1Ta 5:2, 3) Wanta Yihowaan jedherratti amantii qabaachuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliifi?