Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Sadaasa 21-27

2 MOOTOTA 9-10

Sadaasa 21-27

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 64

  • Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?—Harʼa Boru Jechuu: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Namni tokko harʼa boru akka jedhu kan isa taasisu maal taʼuu dandaʼa? Harʼa boru jechuu dhiisuun gammachuu kan argamsiisu maaliifi?

  • Harʼa Boru Jechuu Dhiisuuf Maaltu Nu Gargaara? (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 28

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 19 fi Kadhannaa