Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Dubartii Hamtuun Aangoo Argachuuf Hawwitu ni Adabamte

Dubartii Hamtuun Aangoo Argachuuf Hawwitu ni Adabamte

Ataaliyaan Yihudaarratti bulchuuf jettee warra sanyii mootii taʼan ajjeesteetti (2Mo 11:1; it-1-E 209; chaartii “‘Guutummaan Mana Ahaab ni Bada’—2Mo 9:8” jedhu ilaali.)

Yoshebaan Yoʼaas isa itti aansee mootii taʼu dhoksiteetti (2Mo 11:2, 3)

Yehoyaadaan inni Luba Olaanaa ture Yoʼaas mootii akka taʼu muudeera, akkasumas Ataaliyaan akka ajjeefamtu godheera; Ataaliyaan mana Ahaab keessaa nama dhumarratti ajjeefamte taʼuu hin ooltu (2Mo 11:12-16; it-1-E 209)

KANA IRRATTI XIINXALI: Seenaan kun yaanni Fakkeenya 11:21 fi Lallaba 8:12, 13 irratti argamu dhugaa taʼuu isaa kan argisiisu akkamitti?