Sadaasa 7-13
2 MOOTOTA 5-6
Faarfannaa 55 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Warra Isaanii Wajjin Jiran Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Mo 5:15, 16—Eelsaaʼi kennaa Naʼamaan kan hin fudhanne maaliifi? Nutoo kanarraa maal baranna? (w05-AM 8/1 9 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 5:1-14 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Misiraachoo—Fr 37:10, 11 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 08 seensaa fi qabxii 1-3 (th qoʼannaa 15)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Kennaa”: (Daq. 15) Jaarsa gumiitiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Kennuu Keessaniif Isin Galateeffanna jedhamu taphachiisi. Karaawwan gumichi ajaja ‘Kennaa’ jedhu hojiirra itti oolche caqasuudhaan galateeffadhu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 26
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 30 fi Kadhannaa