Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Iyyoob namoota rakkatanitti jaalala amanamaa argisiisaa jira

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Akka Iyyoob Maqaa Gaarii Qabdaa?

Akka Iyyoob Maqaa Gaarii Qabdaa?

Olloonni Iyyoob isa kabaju turan (Iyo 29:7-11)

Iyyoob namoota rakkatanitti jaalala amanamaa argisiisuudhaan beekamaa ture (Iyo 29:12, 13; w02-AM 5/15 22 key. 19; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Iyyoob qajeelummaa fi haqa ni argisiisa ture (Iyo 29:14; it-1-E 655 key. 10)

Maqaa gaarii qabaachuun iddoo guddaa qaba. (w09-AM 2/1 15 key. 3-4) Yeroo baayʼee maqaa gaarii kan qabaannu yeroo dheeraadhaaf amala gaarii yoo argisiisnedha.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Amalawwan koo isaan kamiinan beekama?’