BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Iyyoob Karaa Naamusaa Qulqulluu Taʼee kan Jiraate Akkamitti?
Iyyoob ija isaa wajjin kakuu galeera (Iyo 31:1; w10 4/15 21 key. 8)
Iyyoob miidhaa balleessaa raawwachuun geessisu sammuu isaatti qabateera (Iyo 31:2, 3; w08-AM 9/1 11 key. 4)
Iyyoob Yihowaan amala inni argisiisu akka argu of yaadachiiseera (Iyo 31:4; w10 11/15 6 key. 15-16)
Qulqulluu taʼuun alaan qofa utuu hin taʼin, keessa ofiitiinis kan hin xuroofne taʼuu jechuudha. Wanta goonuu fi wanta dubbannuun qofa utuu hin taʼin, wanta garaa keenyatti yaannuunis qulqulluu taʼuu barbaanna.—Mat 5:28.