Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Poornoogiraafiin Gadhee kan Taʼe Maaliifi?

Poornoogiraafiin Gadhee kan Taʼe Maaliifi?

Yeroo harʼaatti poornoogiraafiin bakka hundaa jira, akkasumas salphaatti argama. Namoota amantaa qaban dabalatee namoonni hedduun, poornoogiraafii wanta miidhaa hin qabne akka taʼetti ilaalu.

VIIDIYOO WAAQAYYO POORNOOGIRAAFII AKKA CUBBUUTTI ILAALAA? JEHDAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFII ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

Caqasawwan armaan gaditti argaman ilaalcha Waaqayyo poornoogiraafiif qabu hubachuuf kan nu gargaaran akkamitti?