Sadaasa 20-26
IYYOOB 18-19
Faarfannaa 44 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼan Matumaa hin Gatinaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iyo 19:1, 2—Iyyoob deebii inni dubbii hamaa michoonni isaa isatti dubbataniif kenne irraa maal baranna? (w94-AM 10/1 32)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 18:1-21 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Walgaʼiirratti akka argamu affeeri, viidiyoo Galma Walgaʼii Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 3)
Haasaa: (Daq. 5) w20.10 17 key. 10-11—Mata Duree: Barattoonni Keessan Gumii Keessaa Michoota Akka Horatan Jajjabeessaa. (th qoʼannaa 20)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Michuu Yihowaa Taʼi—Namoota Gargaaruu: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis kan dandaʼamu yoo taʼe ijoollee dursitee qopheessite gaaffiiwwan kana gaafadhu: Ijoolleen namoota kaan gargaaru kan dandaʼan akkamitti?
Namoota kaan gargaaruuf maal gochuu barbaadda?
“Qophii Miseensota Maatii Beetel Jajjabeessuuf Godhame”: (Daq. 10) Maree fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) bt boq. 2 key. 8-15
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 63 fi Kadhannaa