BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼan Matumaa hin Gatinaa
Firoonni Iyyoob isarraa of fageessan (Iyo 19:13)
Tajaajiltoonni Iyyoobii fi ijoolleen isa kabajuu dhiisan (Iyo 19:16, 18)
Michoonni Iyyoob warri baayʼee isatti dhihaatan isa irratti kaʼan (Iyo 19:19)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: Obboleessa ykn obboleettii haala rakkisaa keessa jiranitti jaalala argisiisuu koo itti fufu kanan dandaʼu akkamitti?—Fak 17:17; w22.01 16 key. 9; w21.09 30 key. 16; w90-E 9/1 22 key. 20.