Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Qophii Miseensota Maatii Beetel Jajjabeessuuf Godhame

Qophii Miseensota Maatii Beetel Jajjabeessuuf Godhame

Namni rakkinni irra hin geenye hin jiru; kanaaf jajjabinnii fi deggersi hunda keenya ni barbaachisa. Warri karaa hafuuraa cimoo taʼanii fi mirga tajaajilaa garaagaraa qabanillee abdii kutachuu dandaʼu. (Iyo 3:1-3; Fr 34:19) Qophii miseensota maatii Beeteliif tika akka godhamuuf taasifame irraa maal baranna?

VIIDIYOO “WAAQAYYOTTI AMANAMAA” JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Miseensota maatii Beetel rakkoowwan akkamiitu isaan mudata?

  • Isaan jajjabeessuuf wantoonni raawwataman arfan maalfaʼi?

  • Obboloonni jajjabina kennan kan fayyadaman akkamitti?