Sadaasa 27–Muddee 3
IYYOOB 20-21
Faarfannaa 38 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Qajeelummaan Qabeenya Irratti kan Hundaaʼe Miti”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iyo 20:2—Jaarsoliin namoota ‘yaada isaanii isa isaan rakkisu’ wajjin waldhaansoo godhan gargaaruu kan dandaʼan akkamitti? (w95-AM 1/1 9 key. 19)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iyo 20:1-22 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 6)
Haasaa: (Daq. 5) g-AM 5/09 12-13—Mata Duree: Waaqayyo Sooressa Akka Taatu ni Barbaadaa? (th qoʼannaa 17)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Wantoota Amma Qabdanitti Gammadaa Jiraadhaa”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) bt boq. 2 key. 16-23
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 103 fi Kadhannaa