Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LUQAAS 1

Gad Of Qabuudhaan Fakkeenya Maariyaam Hordofaa

Gad Of Qabuudhaan Fakkeenya Maariyaam Hordofaa

Yihowaan, Maariyaam ilaalcha dinqisiisaa taʼe waan qabduuf, mirga namni kam iyyuu hin arganne akka argattuuf ishii filateera.

1:38, 46-55

Jechoonni Maariyaam dubbatte wantoota kanaa gadii akka qabdu kan argisiisu akkamitti?

  • Gad of qabuu

  • Amantii cimaa

  • Beekumsa Kitaabota Qulqulluu

  • Dinqisiifannaa