Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waxabajjii 18-24

LUQAAS 2-3

Waxabajjii 18-24

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Dargaggootaa—Karaa Hafuuraa Guddina Gochaa Jirtuu?”: (Daq. 10)

    • Luq 2:41, 42—Yesuus warra isaa wajjin ayyaana Faasikaa kabajeera (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa Luq 2:41)

    • Luq 2:46, 47—Yesuus wanta geggeessitoonni amantii dubbatan dhaggeeffateera; akkasumas gaaffii isaan gaafateera (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Luq 2:51, 52—Yesuus warra isaatiif ‘bitamuu isaa itti fufeera,’ akkasumas Waaqayyoo fi namoota duratti surraa argateera (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 2:14—Caqasni kun hiika maalii qaba? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Luq 3:23—Abbaan Yoseef eenyu dha? (wp16.3-AM 9 key. 1-3)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 2:1-20

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Achiis yaada mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w14 2/15 26-27—Mata duree: Yihudoonni Jaarraa Jalqabaa Masiihicha “Eeggachaa” kan Turan Maal Irratti Hundaaʼanii Ti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU