Akkuma Yesuus Qorumsa Mooʼaa
Seexanni hawwii garaa keenyaa jalʼisuudhaan walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qabnu balleessuuf yaala. Seexanni miira, fedhii fi haala namni tokko keessa jiru irratti hundaaʼuudhaan qorumsa garaa garaa namoota irratti fiduuf carraaqa.
Yesuus qorumsawwan sadi mooʼuuf meeshaa humna guddaa qabu akkamiitti fayyadame? (Ibr 4:12; 1Yoh 2:15, 16) Fakkeenya isaa hordofuu kanan dandaʼu akkamitti?