Waxabajjii 4-10
MAARQOS 15-16
Faarfannaa 95 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yesuus Raajiiwwan Dubbataman Raawwateera”: (Daq. 10)
Mar 15:3-5—Yeroo isa himatan homaa hin dubbanne
Mar 15:24, 29, 30—Namoonni uffata isaa fudhachuuf carraa buufataniiru; akkasumas isatti qoosaniiru (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa Mar 15:24, 29)
Mar 15:43, 46—Iddoo warri sooressoonni itti awwaalamanitti awwaalame (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa Mar 15:43)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Mar 15:25—Saʼaatiin Yesuus itti fannifame garaagarummaa kan qabu kan fakkaatu maaliif taʼuu dandaʼa? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Mar 16:8—Kitaabni Qulqulluun Hiikni Addunyaa Haaraa lakkoofsota 9 hanga 20 Maarqos boqonnaa 16 irra jiran kan hambise maaliifi? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mar 15:1-15
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) jl barumsa 2
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Faana Kiristoos Dhiheenyatti Hordofaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Maqaan Yihowaa Hunda Caalaa Barbaachisaa Dha jedhamu taphachiisi (GAFANNOO FI MUUXANNOO jalaa argama).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 4
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 132 fi Kadhannaa