Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maree Fakkeenya Ta’u

Maree Fakkeenya Ta’u

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Waaʼee gara fuulduraa beekuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: Isa 46:10

Yeroo Itti Aanuuf: Yeroo harʼaatti raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu kamfaatu raawwatamaa jira?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Yeroo harʼaatti raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu kamfaatu raawwatamaa jira?

Caqasa: Mat 24:6, 7, 14

Yeroo Itti Aanuuf: “Dhumni” erga dhufee booda maaltu taʼa?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: “Dhumni” erga dhufee booda maaltu taʼa?

Caqasa: Mul 21:4

Yeroo Itti Aanuuf: Raajiin Kitaaba Qulqulluu kun eessatti raawwatama?