Miyaanmaar keessatti obboloonni yeroo waliin dabarsaa jiru

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Waxabajjii 2019

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree fakkeenya taʼuu fi wanta guyyoota dhumaa booda taʼu ibsu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Diraamaa Fakkeenyaan Ibsamee” fi Hiika Inni Nuuf Qabu

Haadholiin manaa Abrahaam, Saaraa fi Aggaar maal argisiisu? Kakuu haaraa irraa kan fayyadamtu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Bulchiinsa Yihowaa fi Wantoota Inni Raawwatu

Bulchiinsi Yihowaa maali dha? Bulchiinsa isaa kana deggeruu kan dandeessu hoo akkamitti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Qoʼannaa Dhuunfaa Kee Caalaatti Gammachiisaa Godhi

Qoʼannaa dhuunfaa kee fooyyessuuf yaadawwan isaan kam si gargaaruu dandaʼu?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Miʼa Waraanaa Isa kan Waaqayyoo Guutummaatti Uffadhaa”

Kiristiyaanonni loltoota dha. Tokkoon tokkoon miʼa waraanaa fi wanta isaan bakka buʼan adda baasaa ibsaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaatti Maaltu Dhagaʼama?

Fedhiin Yihowaa maal akka taʼe hubachuu keenya itti fufuu fi wal simnee jiraachuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Waaʼee Waan Tokkoo Illee hin Yaaddaʼinaa”

Guyyoota dhumaa kanatti wantoonni yaaddoodhaaf sababa taʼan hedduu dha. Wanti yaaddoo keenya hirʼisu maali dha?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Wanta Itti Bashannantan Ogummaadhaan Filadhaa

Akkaataa itti fayyadama yeroo keetiitiin Waaqayyoon gammachiisuu kan dandeessu akkamitti?