Waxabajjii 10-16
EFESOON 1-3
Faarfannaa 112 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Bulchiinsa Yihowaa fi Wantoota Inni Raawwatu”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Efesoon jedhamu taphachiisi.]
Efe 1:8, 9—“Iccitii qulqulluu” inni jedhamu Mootummaa Masihiichaa kan dabalatu dha (it-2-E 837 key. 4)
Efe 1:10—Yihowaan uumamawwan isaa dandeettii yaaduu qaban hunda tokko gochaa jira (w12 7/15 27-28 key. 3-4)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Efe 3:13—Rakkinni Phaawulos irra gaʼe Kiristiyaanota Efesoon keessa turaniif “ulfina” jedhamuu kan dandaʼu akkamitti? (w13 2/15 28 key. 15)
Efe 3:19—‘Jaalala Kiristoos beekuu’ kan dandeenyu akkamitti? (cl 359 key. 21)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Efe 1:1-14 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko itti argisiisi. (th qoʼannaa 9)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Qoʼannaa Dhuunfaa Kee Caalaatti Gammachiisaa Godhi”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Qoʼannaa Dhuunfaa Buʼa Qabeessa Taʼe Gochuudhaan Dhugaa ‘Cimsaa Qabadhaa’ jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 51
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 122 fi Kadhannaa