Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | EFESOON 1-3

Bulchiinsa Yihowaa fi Wantoota Inni Raawwatu

Bulchiinsa Yihowaa fi Wantoota Inni Raawwatu

1:8-10

Bulchiinsi Yihowaa, qophii inni uumamawwan isaa dandeettii yaaduu qaban hunda tokko gochuuf qopheesse dha.

  • Dibamtoota, jireenya samii Yesuus Kiristoos isa Mataa isaanii taʼee wajjin argataniif isaan qopheessa

  • Namoota Mootummaa Masihiichaa jalatti lafa irra jiraatan qopheessa

Tokkummaa jaarmiyaa Yihowaa keessa jiruuf gumaacha gochuu kanan dandaʼu karaawwan kamiini?