Waxabajjii 17-23
EFESOON 4-6
Faarfannaa 71 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Miʼa Waraanaa Isa kan Waaqayyoo Guutummaatti Uffadhaa”: (Daq. 10)
Efe 6:11-13—Miidhaa Seexannii fi jinniiwwan geessisan irraa eegumsi nu barbaachisa (w18.05 27 key. 1)
Efe 6:14, 15—Dhugaa, qajeelinaa fi misiraachoo nagaatiin eegumsa ofiif godhaa (w18.05 28-29 key. 4, 7, 10)
Efe 6:16, 17—Amantii, abdii fayyinaa fi Dubbii Waaqayyootiin eegumsa ofiif godhaa (w18.05 29-31 key. 13, 16, 20)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Efe 4:30—Namni tokko hafuura qulqulluu gaddisiisuu kan dandaʼu akkamitti? (it-1-E 1128 key. 3)
Efe 5:5—Namni sassataan waaqa tolfamaa waaqeffata jedhamuu kan dandaʼu akkamitti? (it-1-E 1006 key. 2)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Efe 4:17-32 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaatti Maaltu Dhagaʼama?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Fedhiin Yihowaa Maal Akka Taʼe Hubachuu Keessan Itti Fufaa (Lew 19:18) jedhu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 52
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 93 fi Kadhannaa