Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | EFESOON 4-6

“Miʼa Waraanaa Isa kan Waaqayyoo Guutummaatti Uffadhaa”

“Miʼa Waraanaa Isa kan Waaqayyoo Guutummaatti Uffadhaa”

6:11-17

Phaawulos ergamaan Kiristiyaanota loltoota waraana irra jiranii wajjin wal fakkeesseera. Diinonni keenya “humnoota hafuurota hamoo” taʼani dha. Yeroo ilaalamnu dadhaboo fi salphaatti kan miidhamnu fakkaannu illee, ‘miʼa waraanaa isa kan Waaqayyoo guutummaatti kan uffanne’ yoo taʼe, gargaarsa Yihowaatiin waraanicha irratti moʼuu ni dandeenya.

Tokkoon tokkoon miʼa waraanaa fi wanta isaan bakka buʼan adda baasaa ibsaa

IRRATTI XIINXALUUF: Miʼa waraanaa guutummaatti uffadheeraa?