Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waxabajjii 24-30

FILIPHISIYUS 1-4

Waxabajjii 24-30
  • Faarfannaa 33 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 45

  • Meeshaaleen Elektirooniksii Jireenya Kee Toʼachaa Jiruu?: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii deebisuuf yaalaa: Meeshaaleen elektirooniksii maal gochuuf nu gargaaru? Meeshaalee elektirooniksiitiin fayyadamuun araada nutti taʼuun isaa miidhaa akkamii qaba? Araada akka isinitti taʼe beekuu kan dandeessan hoo akkamitti? Karaawwan “wantoota caalaatti barbaachisoo taʼan adda baastanii beekuu” itti dandeessan tokko tokko kamfaʼi? (Flp 1:10)

  • Wanta Itti Bashannantan Ogummaadhaan Filadhaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Bashannana Akkamiin Filachuu Qaba? jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 53

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 142 fi Kadhannaa