Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FILIPHISIYUS 1-4

“Waaʼee Waan Tokkoo Illee hin Yaaddaʼinaa”

“Waaʼee Waan Tokkoo Illee hin Yaaddaʼinaa”

4:6, 7

  • Kadhannaan yaaddoo keenyaaf furmaata taʼa

  • Amantiidhaan yoo kadhanne, Yihowaan nagaa isa “hubannaa hundumaa irra caalu” nuuf kenna

  • Yeroo rakkina keenyaaf furmaata akka hin arganne nutti dhagaʼamutti illee, Yihowaan jabaannee akka dhaabannu nu gargaara. Yihowaan karaa nuti matumaa hin eegneen illee nu gargaaruu ni dandaʼa.—1Qo 10:13