Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waxabajjii  3-9

GALAATIYAA 4-6

Waxabajjii  3-9
  • Faarfannaa 16 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • ‘Diraamaa Fakkeenyaan Ibsamee’ fi Hiika Inni Nuuf Qabu”: (Daq.10)

    • Gal 4:24, 25—Aggaar Israaʼel foonii kakuu Seerichaa jala ture argisiisti (it-1-E 1018 key. 2)

    • Gal 4:26, 27—Saaraan ‘Yerusaalem ishii olii,’ jechuunis Jaarmiyaa Yihowaa kutaa isa samii irraa argisiisti (w14 10/15 10 key. 11)

    • Gal 4:28-31—Ilmaan namootaa ajajamoo taʼaniif eebbi kan dhufu karaa “ijoollee” Yerusaalem ishii oliitiini

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Gal 4:6—Jechi Ibrootaa ykn Aramaayikii “aabbaa” jedhu hiika maalii qaba? (w09-AM 4/1 13)

    • Gal 6:17—Phaawulos ergamaan ‘godaannisa garbicha Yesuus taʼuu isaa’ argisiisu qaama isaa irratti godhateera jedhamuun kan dandaʼamu karaawwan kamiini? (w10-AM 11/1 15)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Gal 4:1-20 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Walitti Dhufeenya Caqasaa fi Barumsichaa Ifa Gochuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 6 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w12 3/15 30-31—Mata Duree: Kiristiyaanonni Fakkiiwwan Fedhii Saalqunnamtii Kakaasan Ilaaluu Irraa Cimsanii Fagaachuu kan Qaban Maaliifi? (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 110

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8)

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 7) Viidiyoo Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhuu fi jiʼa Waxabajjiitiif qophaaʼe taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 50

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 128 fi Kadhannaa