Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Kan jiraannu guyyoota dhumaa keessa dhaa?

Caqasa: 2Xi 3:1-5

Yeroo Itti Aanuuf: Guyyoota dhumaa booda maaltu raawwatama?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Guyyoota dhumaa booda maaltu raawwatama?

Caqasa: Mul 21:3, 4

Yeroo Itti Aanuuf: Wanta Waaqayyo gara fuulduraatti raawwachuuf abdachiise argachuu kan dandeenyu akkamitti?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Wanta Waaqayyo gara fuulduraatti raawwachuuf abdachiise argachuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: Yoh 3:16, milj.

Yeroo Itti Aanuuf: Amantii hojiidhaan argisiisuu jechuun maal jechuu dha?