Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 46-47

Bara Beelaatti Nyaata Argachuu

Bara Beelaatti Nyaata Argachuu

47:13, 16, 19, 20, 23-25

Yeroo harʼaatti namoonni addunyaa karaa hafuuraatiin beela cimaa keessa jiru. (Amo 8:11) Haa taʼu malee, Yihowaan Yesuus Kiristoositti fayyadamee nyaata hafuuraa irraa hafaa taʼe nuuf dhiheessaa jira.

  • Barreeffamoota Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan

  • Walgaʼiiwwan gumii

  • Walgaʼiiwwan aanaa fi naannoo

  • Wantoota sagaleedhaan qophaaʼan

  • Viidiyoowwan

  • JW.ORG

  • JW Biroodkaastingi

Maaddii Yihowaa irraa yeroo hunda soorachuuf aarsaawwan akkamiin kaffalaa jira?