Seenaa Baraa Isa Tokkoffaa 1:1-54

  • Addaamii jalqabee hamma Abrahaamitti (1-27)

  • Sanyiiwwan Abrahaam (28-37)

  • Edoomota, mootota isaanii fi dura buutota isaanii (38-54)

1  Addaam,Seet,+Eenosh,  Qaayinaan,Mahaalaalel,+Yaared,+  Heenok,+Maatusaalaa,Laameek,+  Noh,+Seem,+ Kaamii fi Yaafeet.+  Ilmaan Yaafeet, Gomeer, Maagoog, Maadaay, Yaawaan, Tuubaal,+ Meesheekii+ fi Tiraas+ turan.  Ilmaan Gomeer, Ashkenaaz, Riifaatii fi Togaarmaa+ turan.  Ilmaan Yaawaan, Elishaa, Tarshiish, Kiitimii fi Rodaaniim turan.  Ilmaan Kaam, Kuush,+ Mizraayiim, Puutii fi Kanaʼaan turan.+  Ilmaan Kuush, Seebaa,+ Hawiilaa, Saabtaa, Raaʼaamaa+ fi Saabtekaa turan. Ilmaan Raaʼaamaa, Sheebaa fi Deedaan turan.+ 10  Kuush Naamrudiin dhalche.+ Naamrud lafa irratti nama jabaa isa jalqabaa ture. 11  Mizraayiim Luudimiin,+ Anaamiimiin, Lehaabiimiin, Naaftuhiimiin,+ 12  Phaatrusiimiin,+ Kaasluhiimiin (isa Filisxeemonni+ irraa argaman), akkasumas Kaaftoriimiin+ dhalche. 13  Kanaʼaan ilma isaa isa angafaa Siidoonii+ fi Heetiin,+ 14  akkasumas Yebuusicha,+ Amooricha,+ Girgaashicha,+ 15  Hiiwicha,+ Arqicha, Siinicha, 16  Arwaadicha,+ Zemaaricha fi Hamaaticha dhalche. 17  Ilmaan Seem, Eelaam,+ Ashuur,+ Arfaaksaad, Luudii fi Aaraam,akkasumas* Uuz, Huul, Geeterii fi Maash turan.+ 18  Arfaaksaad Sheelaa+ dhalche; Sheelaan immoo Ebeeriin dhalche. 19  Ebeer ilmaan lama dhalche. Maqaan isa tokkoo Feeleg*+ ture; sababiin isaas, bara jireenyaa isaatti lafti* qoqqoodamtee turte. Maqaan obboleessa isaa immoo Yoqxaan ture. 20  Yoqxaan, Almodaadiin, Sheleefiin, Hazaarmaawetiin, Yeeraa,+ 21  Hadoraamiin, Uuzaaliin, Diqlaa, 22  Obaaliin, Abimaaʼeliin, Sheebaa, 23  Ofiiriin,+ Hawiilaa+ fi Yobaabiin dhalche; kanneen kun hundi ilmaan Yoqxaan turan. 24  Seem,Arfaaksaad,Sheelaa, 25  Ebeer,Feeleg,+Reʼuu,+ 26  Seruug,+Naahor,+Taaraa,+ 27  Abraam, jechuunis Abrahaam.+ 28  Ilmaan Abrahaam, Yisihaaqii+ fi Ishmaaʼel+ turan. 29  Hiddi dhalootaa maatii isaanii kana ture: Ilmi angafaa Ishmaaʼel Nebaayot,+ achiis Qeedaar,+ Adbaʼeel, Mibsaam,+ 30  Mishmaa, Duumaa, Maasaa, Hadaad, Teemaa, 31  Yetuur, Naafishii fi Qedemaa. Kanneen kun ilmaan Ishmaaʼel turan. 32  Ilmaan Keexuraan+ saajjatoon* Abrahaam deesse, Zimraan, Yoqshaan, Meedaan, Miidiyaan,+ Ishbaakii fi Shuʼaa+ turan. Ilmaan Yoqshaan, Sheebaa fi Deedaan+ turan. 33  Ilmaan Miidiyaan, Eefaa,+ Eefeer, Hanook, Abiidaa fi Eldaaʼaa turan. Kanneen kun hundi ilmaan Keexuraa turan. 34  Abrahaam Yisihaaqiin+ dhalche. Ilmaan Yisihaaq, Esaawuu+ fi Israaʼel+ turan. 35  Ilmaan Esaawu, Eliifaaz, Rewuʼel, Yeʼuush, Yaalaamii fi Qoraa+ turan. 36  Ilmaan Eliifaaz, Temaan,+ Omaar, Zeefoo, Gaataam, Qeenaaz, Timnaa fi Amaaleq+ turan. 37  Ilmaan Rewuʼel, Naahaat, Zeeraa, Shaamaa fi Miizaa+ turan. 38  Ilmaan Seʼiir,+ Looxaan, Shobaal, Zibeʼoon, Anaa, Diishon, Ezeerii fi Diishaan+ turan. 39  Ilmaan Looxaan, Hoorii fi Homaam turan. Obboleettiin Looxaan Timnaa+ turte. 40  Ilmaan Shobaal, Alwaan, Maanaahaat, Eebaal, Shefoo fi Onaam turan. Ilmaan Zibeʼoon, Aayaa fi Anaa+ turan. 41  Ilmi* Anaa, Diishon ture. Ilmaan Diishon, Hemdaan, Eshbaan, Yitraanii fi Keraan+ turan. 42  Ilmaan Ezeer,+ Bilhaan, Zaaʼaawaanii fi Aqaan turan. Ilmaan Diishaan, Uuzii fi Araan+ turan. 43  Kanneen kun mootiin akkamii iyyuu Israaʼelota* irratti bulchuu isaa dura mootota biyya Edoom+ keessatti bulchaa turani dha:+ Beelaa ilma Beʼor; maqaan magaalaa isaa Dinhaabaa ture. 44  Beelaan yommuu duʼetti, Yobaab ilmi Zaaraa inni Boozraadhaa+ dhufe bakka isaa bulchuu jalqabe. 45  Yobaab yommuu duʼetti, Hushaam inni biyya Temaanotaatii dhufe bakka isaa bulchuu jalqabe. 46  Hushaam yommuu duʼetti, Hadaad ilmi Beedaad inni biyya* Moʼaab keessatti Miidiyaaniin injifate bakka isaa bulchuu jalqabe. Maqaan magaalaa isaa Awiit ture. 47  Hadaad yommuu duʼetti, Saamlaan inni Maasreqaadhaa dhufe bakka isaa bulchuu jalqabe. 48  Saamlaan yommuu duʼetti, Shaawul inni Rehoboot ishii Lagicha bira jirtu irraa dhufe bakka isaa bulchuu jalqabe. 49  Shaawul yommuu duʼetti, Baʼaal Hanaan ilmi Akboor bakka isaa bulchuu jalqabe. 50  Baʼaal Hanaan yommuu duʼetti, Hadaad bakka isaa bulchuu jalqabe. Maqaan magaalaa isaa Phaawu ture; maqaan haadha manaa isaa Meheetaabel yeroo taʼu, ishiin intala Maatreed, intala Mezaahaab turte. 51  Sana booda Hadaad ni duʼe. Dura buutonni* Edoom, Dura Buʼaa Timnaa, Dura Buʼaa Alwaa, Dura Buʼaa Yeteet,+ 52  Dura Buʼaa Oholibaamaa, Dura Buʼaa Eelaa, Dura Buʼaa Piinon, 53  Dura Buʼaa Qeenaaz, Dura Buʼaa Temaan, Dura Buʼaa Mibzaar, 54  Dura Buʼaa Maagdiʼelii fi Dura Buʼaa Iraam turan. Kanneen kun dura buutota Edoom turan.

Miiljaleewwan

Warri kanatti aansee ibsaman ilmaan Aaraami. Uma 10:23 ilaali.
“Qoqqoodamuu” jechuu dha.
Ykn., “uummanni lafaa.”
Haadha manaa sadarkaa lammaffaa qabdu argisiisa.
Kal., “Ilmaan.”
Kal., “ilmaan Israaʼel.”
Kal., “dirree.”
Kal., “Sheekonni.” Namni dura buʼaa gosaa taʼe “sheekii” jedhamee waamama ture.