Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Daaniʼel

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Baabilononni Yerusaalemitti marsan (1, 2)

    • Leenjii addaa dargaggoota sanyii mootii taʼaniif kenname (3-5)

    • Amanamummaan Ibroota arfanii ni qorame (6-21)

  • 2

    • Nebukadnezaar Mootichi abjuu nama dhiphisu arge (1-4)

    • Namni ogeessi abjuu hiikuu dandaʼu dhabame (5-13)

    • Daaniʼel gargaarsa Waaqaa gaafate (14-18)

    • Icciticha waan mulʼiseef Waaqa jajate (19-23)

    • Daaniʼel abjuu sana mootichatti hime (24-35)

    • Hiika abjuu sanaa (36-45)

      • Dhagaan mootummichaa siidicha caccabsa (44, 45)

    • Mootichi Daaniʼeliif ulfina kenne (46-49)

  • 3

    • Siidaa warqii Nebukadnezaar mootichaa (1-7)

      • Ajaja siidicha akka waaqeffatan kenname (4-6)

    • Ibroonni sadan ajajamuu diduudhaan himataman (8-18)

      • ‘Waaqolii kee hin tajaajillu’ (18)

    • Ibidda bobaʼu keessatti darbataman (19-23)

    • Dinqiidhaan ibiddicha irraa ooluu (24-27)

    • Mootichi Waaqa Ibrootaa jajate (28-30)

  • 4

    • Nebukadnezaar Mootichi waaʼee mootummaa Waaqaa hubate (1-3)

    • Abjuu mootichi muka tokko ilaalchisee arge (4-18)

      • Muka kufe sana irratti barri torba ni darba (16)

      • Waaqni Bulchaa ilmaan namootaa ti (17)

    • Daaniʼel abjuu sana ni hiike (19-27)

    • Raawwii isaa isa jalqabaa mooticha irratti argate (28-36)

      • Mootichi bara torbaaf maraate (32, 33)

    • Mootichi Waaqa samiitiif ulfina kenne (37)

  • 5

    • Affeerraa Belshaazaar Mootichaa (1-4)

    • Barreeffama girgiddaa irratti barreeffame (5-12)

    • Daaniʼel barreeffamicha akka hiiku gaafatame (13-25)

    • Hiika: Baabilon ni kufti (26-31)

  • 6

    • Abbootiin taayitaa Faarsi Daaniʼel irratti mariʼatan (1-9)

    • Daaniʼel kadhachuu isaa itti fufe (10-15)

    • Daaniʼel boolla leencotaa keessatti darbatame (16-24)

    • Daariyos Mootichi Waaqa Daaniʼeliif ulfina kenne (25-28)

  • 7

    • Mulʼata bineensota arfanii (1-8)

      • Gaanfi xinnoon of tuulu tokko ni kaʼe (8)

    • Inni Bara Dheeraa Jiraate teessoo murtii irra taaʼe (9-14)

      • Ilmi namaa mootii godhame (13, 14)

    • Hiikni mulʼatichaa Daaniʼelitti beeksifame (15-28)

      • Bineensonni arfan mootota afur argisiisu (17)

      • Qulqulloonni mootummicha ni fudhatu (18)

      • Gaanfonni ykn mootonni kudhan ni kaʼu (24)

  • 8

    • Mulʼata korbeessa hoolaa fi korbeessa reʼee (1-14)

      • Gaanfi xinnoon tokko of guguddise (9-12)

      • Hamma galgalootaa fi ganamoota 2,300tti (14)

    • Gabriʼeel mulʼaticha hiike (15-27)

      • Waaʼeen korbeessa hoolaa fi korbeessa reʼee sanaa ni ibsame (20, 21)

      • Mootiin bifti isaa nama sodaachisu tokko ni kaʼe (23-25)

  • 9

    • Daaniʼel kadhannaadhaan cubbuu himate (1-19)

      • Yerusaalem waggoota 70f ona taati (2)

    • Gabriʼeel gara Daaniʼel dhufe (20-23)

    • Torbeewwan 70 raajiidhaan dubbataman (24-27)

      • Masiihiichi torban 69 booda mulʼata (25)

      • Masiihiichi ni ajjeefama (26)

      • Magaalattii fi iddoo qulqulluun ni balleeffamu (26)

  • 10

    • Ergamaan tokko Waaqa biraa gara Daaniʼel dhufe (1-21)

      • Mikaaʼel maleekicha gargaare (13)

  • 11

    • Mootota Faarsii fi Giriikii (1-4)

    • Mootota kibbaa fi kaabaa (5-45)

      • Inni qaraxa sassaabu tokko ni kaʼa (20)

      • Geggeessaan kakichaa ni cabe (22)

      • Waaqni dahoowwanii ulfina argate (38)

      • Mootiin kibbaa fi mootiin kaabaa wal dhiibu (40)

      • Bahaa fi kaaba irraa oduun nama jeequ ni dhufa (44)

  • 12

    • “Bara dhumaa” fi yeroo sana booda jiru (1-13)

      • Mikaaʼel ni kaʼa (1)

      • Warri hubannaa qaban akka gaariitti ifu (3)

      • Beekumsi dhugaan ni baayʼata (4)

      • Daaniʼel gaʼee isaa argachuuf ni kaʼa (13)