Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Mulʼataa

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Mulʼata Waaqayyo karaa Yesuus mulʼise (1-3)

    • Nagaa gumiiwwan torbaniif dhaamame (4-8)

      • “Ani Alfaa fi Omeegaa” dha (8)

    • Yohaannis hafuuraan gara guyyaa Gooftaatti geeffame (9-11)

    • Mulʼata Yesuus isa ulfina gonfate argisiisu (12-20)

  • 2

    • Ergaa Efesooniif (1-7), Simirnaadhaaf (8-11), Phergaamooniif (12-17), Tiyaaxiraadhaaf ergame (18-29)

  • 3

    • Ergaa Sardeesiif (1-6), Filaadelfiyaadhaaf (7-13), Lodooqiyaadhaaf ergame (14-22)

  • 4

    • Yihowaan samii irratti mulʼataan argame (1-11)

      • Yihowaan teessoo isaa irra taaʼeera (2)

      • Jaarsolii 24 teessoowwan irra taaʼan (4)

      • Uumamawwan jiraatoo arfan (6)

  • 5

    • Maraa kitaabaa chaappaawwan torba qabu (1-5)

    • Hoolichi maraa kitaabaa sana fudhate (6-8)

    • Hoolichi chaappaawwan sana banuuf gaʼumsa qaba (9-14)

  • 6

    • Hoolichi chaappaawwan jaʼaan jalqabaa bane (1-17)

      • Injifataa isa farda adii irra taaʼe (1, 2)

      • Inni farda diimaa gulufu nagaa lafa irraa fudhata (3, 4)

      • Inni farda gurraacha gulufu beela fida (5, 6)

      • Inni farda daalacha gulufu Duʼa jedhama (7, 8)

      • Namoota gorraʼamanii iddoo aarsaa jalatti argaman (9-11)

      • Kirkira lafaa guddaa (12-17)

  • 7

    • Maleekota arfan bubbeewwan badii geessisan qaban (1-3)

    • Warri 144,000 chaappaan itti godhame (4-8)

    • Tuuta uummataa guddaa uffata aʼadii uffatan (9-17)

  • 8

    • Chaappaan inni torbaffaan ni baname (1-6)

    • Malakatawwan jalqabaa arfan ni afuufaman (7-12)

    • Wayyoon sadii ni labsame (13)

  • 9

    • Malakata shanaffaa (1-11)

    • Wayyoon tokko darbeera, wayyoon lama ni dhufu (12)

    • Malakata jaʼaffaa (13-21)

  • 10

    • Maleekaa jabaa maraa kitaabaa xinnoo qabate (1-7)

      • “Kana booda lafa irra harkisuun hin jiru” (6)

      • Iccitii qulqulluun ni raawwatama (7)

    • Yohaannis maraa kitaabaa xinnoo sana ni nyaate (8-11)

  • 11

    • Dhugaa baatota lamaan (1-13)

      • Uffata gaddaa uffatanii guyyoota 1,260f raajii dubbachuu (3)

      • Ajjeefamanii utuu hin awwaalamin hafan (7-10)

      • Guyyaa sadii fi walakkaa booda gara jireenyaatti deebiʼan (11, 12)

    • Wayyoon inni lammaffaan darbeera, wayyoon inni sadaffaan dhufaa jira (14)

    • Malakata torbaffaa (15-19)

      • Mootummaa Gooftaa keenyaa fi mootummaa Kiristoos (15)

      • Warri lafa mancaasan ni balleeffamu (18)

  • 12

    • Dubartittii, ilma ishii fi jawwicha (1-6)

    • Mikaaʼel jawwichaa wajjin wal lole (7-12)

      • Jawwichi gara lafaatti darbatame (9)

      • Diyaabilos yeroo gabaabaa akka qabu beeka (12)

    • Jawwichi dubartittii irratti ariʼatama geessise (13-17)

  • 13

    • Bineensi mataa torba qabu galaana keessaa baʼe (1-10)

    • Bineensi gaanfa lama qabu lafa keessaa baʼe (11-13)

    • Bifa fakkeenyaa bineensa mataa torba qabuu (14, 15)

    • Mallattoo fi lakkoofsa bineensichaa (16-18)

  • 14

    • Hoolichaa fi warra 144,000 (1-5)

    • Ergaa maleekonni sadan dabarsan (6-12)

      • Maleekaa misiraachoo qabatee samii walakkaa balaliʼuu (6, 7)

    • Namoonni tokkummaa Kiristoos wajjin qaban eeganii duʼan gammadoo dha (13)

    • Makara lafaa lamaan (14-20)

  • 15

    • Maleekota torban dhaʼichawwan torba qabatan (1-8)

      • Faarfannaa Musee fi Hoolichaa (3, 4)

  • 16

    • Saaniiwwan dheekkamsa Waaqayyoo qabatan torban (1-21)

      • Lafa (2), galaana (3), lageenii fi burqaawwan (4-7), aduu (8, 9), teessoo bineensichaa (10, 11), laga Efraaxiis (12-16), akkasumas qilleensa irratti dhangalaasan (17-21)

      • Waraana Waaqayyoo Armaagedoonitti godhamu (14, 16)

  • 17

    • Murtii “Baabilon Guddittii” irratti dabarfame (1-18)

      • Sagaagaltuu guddittii bineensa diimaa irra teesse (1-3)

      • Bineensichi “jira ture, amma hin jiru, booda garuu qilee keessaa ni baʼa” (8)

      • Gaanfonni kurnan Hoolicha ni lolu (12-14)

      • Gaanfonni kurnan sagaagaltuu sana ni jibbu (16, 17)

  • 18

    • Kufaatii “Baabilon Guddittii” (1-8)

      • ‘Yaa saba koo, ishii keessaa baʼaa’ (4)

    • Kufaatii Baabilonitti gadduu (9-19)

    • Samii keessatti kufaatii Baabilonitti gammaduu (20)

    • Baabilon akka dhagaatti galaanatti darbatamti (21-24)

  • 19

    • Murtiiwwan isaatiif Yaahiin jajadhaa! (1-10)

      • Gaaʼela Hoolichaa (7-9)

    • Isa farda adii gulufu (11-16)

    • Irbaata Waaqayyoo isa guddaa (17, 18)

    • Bineensichi ni injifatame (19-21)

  • 20

    • Seexanni waggaa 1,000f ni hidhame (1-3)

    • Warra Kiristoosii wajjin waggaa 1,000f bulchan (4-6)

    • Seexanni ni hiikama, achiis ni balleeffama (7-10)

    • Warri duʼan teessoo adii duratti murtiin isaaniif kenname (11-15)

  • 21

    • Samii haaraa fi lafa haaraa (1-8)

      • Duuti kana booda hin jiraatu (4)

      • Wantoonni hundi haaraa godhaman (5)

    • Ibsa waaʼee Yerusaalem Haaraa kenname (9-27)

  • 22

    • Laga bishaan jireenyaa (1-5)

    • Xumura (6-21)

      • ‘Kottu! Bishaan jireenyaa tola fudhadhu’ (17)

      • “Gooftaa Yesuus, Kottu” (20)