Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Sefaaniyaa

Boqonnaawwan

1 2 3

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Guyyaan murtii Yihowaa dhihaateera (1-18)

      • Guyyaan Yihowaa saffisaan dhufaa jira (14)

      • Meetii fi warqiin nama hin oolchu (18)

  • 2

    • Guyyaa dheekkamsaa isaa dura Yihowaa barbaaddadhaa (1-3)

      • Qajeelummaa fi garraamummaa barbaaddadhaa (3)

      • ‘Tarii ni golgamtu taʼa’ (3)

    • Murtii saboota naannichaa irratti dabarfame (4-15)

  • 3

    • Yerusaalem, magaalaa finciltuu fi hamtuu (1-7)

    • Murtii fi deebiʼanii hundeeffamuu (8-20)

      • Qooqa qulqulluutti jijjiiruu (9)

      • Namoonni gad of qabanii fi garraamii taʼan ni fayyu (12)

      • Yihowaan Xiyoonitti ni gammada (17)