A7-A
Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Hanga Tajaajila Yesuusitti
Wangeelota Arfan Duraa Duuba Yerootiin
Chaartiin armaan gadii kaartaa imala Yesuusii fi bakka inni itti lallabe argisiisu qaba. Xiyyi kaartaawwan kana irratti argamu daandii sirrii Yesuus irra deeme utuu hin taʼin, kallattii kan argisiisu dha. Mallattoon “n.” jedhu “naannoo” jechuu dha.
Hanga Tajaajila Yesuusitti
YEROO |
BAKKA |
TAʼEE |
MAATEWOS |
MAARQOS |
LUQAAS |
YOHAANNIS |
---|---|---|---|---|---|---|
Dh.K.D. 3 |
Yerusaalem, mana qulqullummaa |
Gabriʼel Yohaannis Cuuphaan akka dhalatu dursee Zakkaariyaasitti hime |
||||
Dh.K.D. n. 2 |
Naazireet; Yihudaa |
Gabriʼel Maariyaam Yesuusiin akka deessu ishiitti hime; ishiinis fira ishii Elsaabex bira deemte |
||||
Dh.K.D. 2 |
Biyya Yihudaa isa tabbaqabu |
Yohaannis cuuphaan dhalatee moggaafame;Zakkaariyaas raajii dubbate; Yohaannis lafa onaa keessa ni jiraata |
||||
Dh.K.D. 2, n. Onk. 1 |
Beetaliheem |
Yesuus ni dhalate; “Dubbichi foon taʼe” |
||||
Beetaliheem bira; Beetaliheem |
Maleekaan tiksitootatti misiraachoo hime; maleekonni Waaqayyoon jajatan; tiksitoonni mucicha ilaalan |
|||||
Beetaliheem; Yerusaalem |
Yesuus dhaqna qabame (guyyaa 8ffaatti);warriisaagaramanaqulqullummaa isageessan (guyyaa 40ffaa booda) |
|||||
Dh.K.D. 1 ykn Dh.K.B. 1 |
Yerusaalem; Beetaliheem; Gibxii; Naazireet |
Namoonni urjii lakkaaʼan bira dhaqan; maatichi Gibxiitti baqate; Heroodis daaʼimman dhiiraa ajjeese; maatichi Gibxiidhaa deebiʼee Naazireet jiraate |
||||
Dh.K.B. 12, Faasikaa |
Yerusaalem |
Yesuus waggaa12tti mana qulqullummaatti barsiisota gaaffii gaafate |
||||
Naazireet |
Naazireetitti deebiʼe; warra isaatiif bitamuu itti fufe; hojii anaaxii barate; Maariyaam ijoollee dhiiraa kan biroo afurii fi ijoollee durbaas qabdi turte (Mat 13:55, 56; Mar 6:3) |
|||||
29, arfaasa |
Lafa onaa, Laga Yordaanos |
Yohaannis Cuuphaan tajaajila isaa jalqabe |