‘Misiraachicha Lallabaa!’ 2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Jimaata
Sagantaan Jimaataa Luqaas 2:10 isa “Misiraachoo namoota hundaaf gammachuu guddaa argamsiisu” jedhurratti kan hundaaʼedha.
Sanbadduraa
Sagantaan Sanbadduraa Faarfannaa 96:2 isa “Guyyaa guyyaadhaan misiraachoo fayyisuu isaa labsaa” jedhurratti kan hundaaʼedha.
Dilbata
Sagantaan Dilbataa Maatewos 24:14 isa “. . . sana booda dhumni ni dhufa” jedhurratti kan hundaaʼedha
Odeeffannoo
Odeeffannoowwan hirmaattota fayyadan.
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
WAAʼEE KEENYA
Walgaʼii Naannoo bara 2024 ‘Misiraachicha Lallabaa!’ jedhamu irratti akka argamtu affeeramteetta.
Walgaʼii naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa guyyaa sadii irratti akka argamtan isin affeerra.
WALGAʼIIWWAN NAANNOO
Affeeramtaniittu: Walgaʼii Naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2024 ‘Misiraachicha Lallabaa!’ Jedhamu
Walgaʼii naannoo waggaa kanaa Dhugaa Baatonni Yihowaa qopheessanirratti akka argamtu si affeerra.
WALGAʼIIWWAN NAANNOO
Beeksisa Diraamaa Kitaaba Qulqulluu: Ifa Addunyaa Isa Dhugaa
Beeksisa Boqonnaa 1ffaa Seenaa Tajaajila Yesuus ilaali. Boqonnaan kun walgaʼii naannoo 2024 irratti ilaalama.