Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Barumsa 5

Barumsa 5

Hiriyaan kee waa ennaa sii kennu yookiin waan gaarii ennaa sii godhu, atimmoo isa galateeffadhu!

Eessayyuu jiraattu maaliyyuu hojjettu, hin irraanfatin “Galatoomi!” jechuu.

GILGAALA

Mucaakeetiif dubbisi:

1 Tasaloniiqee 5:18

Muucaankee wantoota kana akka sitti argisiisu gaafadhu:

Kennaa Mucaa

Balbala Nyaata

Wantoota dhokatan barbaadii argadhu.

Appilii Mobaayilii

Mucaakee gaafadhu:

“Galatoomi” jechuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?