Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Qabiyyee Kitaabichaa

Qabiyyee Kitaabichaa

Qabiyyee Kitaabichaa

Qabiyyee Kitaaba Kanaa:

CAQASOOTA IJOO

qabxiilee ijoo addeessan

GORSA GAARII

yaadawwan gaggaarii milkaaʼuuf si gargaaran

KANA BEEKTAA?

dhugaawwan dandeettii yaaduu kee dabalan

WANTAN GOCHUU YAADE

bakka gorsa argatte akkamitti akka hojiirra oolchitu itti barreessitu

MAAL SITTI FAKKAATA?

gaaffilee wanta dubbisterratti yaaduuf si gargaaran

Dabalataan . . .

YAADANNOO DHUUNFAA

kutaawwan kitaaba kanaa hundi dhumarratti fuula yaada kee irratti barreessitu qabu

NAMA FAKKEENYA TAʼU

namoota Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsamanii fi fakkeenya isaanii hordofuu dandeessu