Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Qola Duubaa

Qola Duubaa

Qola Duubaa

Kutaaleen kitaaba kanaa mata duree armaan gadii qabu

HARIIROO MAATII KEE WAJJIN QABDU

EENYUMMAA KEE

MANA BARUMSAA KEESSATTII FI ALATTI

SAALQUNNAMTII, NAAMUSAA FI JAALALA

BARSIIFATAWWAN NAMA MIIDHAN

YEROO BOQONNAA KEE

WAAQEFFANNAA KEE

KUTAA DABALATAA WARRAAF QOPHAAʼE

Gaʼeessa taʼuuf leenjiʼuu! Dandeettii gaʼeessa itti gaafatamummaan itti dhagaʼamu taʼuuf si barbaachisu argachuu kan dandeessu akkamitti? Kitaabni Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 1​ffaan gama kanaan si gargaaruu dandaʼa. Gorsi isaa qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu keessatti argamanirratti kan hundaaʼedha. Dubbiin Waaqayyoo namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman rakkina jireenya isaanii keessatti isaan mudatu milkaaʼinaan akka dandamatan gargaareera. Siinis akkamitti akka si gargaaru ilaali.

“Dandeettiin yaaduu si eega, hubannaanis si golga.”—Fakkeenya 2:11.