Yaadannoo Dhuunfaa—Yeroo Boqonnaa Kee
KUTAA 6
Yaadannoo Dhuunfaa—Yeroo Boqonnaa Kee
Bashannana dhiheenya kana irratti hirmaachuuf warra kee gaafattee si didan tokko barreessi, warri kee yeroo tokko tokko akka didan kan isaan kakaasu maal akka taʼes barreessi.
․․․․․
Wantoota warri kee yeroo baayʼee akka siif heyyaman gochuuf si gargaaranii fi kutaa kana keessatti baratte tokko tokko barreessi.
․․․․․