Dimshaasha 2022
Waajjiroota Damee Dhugaa Baatota Yihowaa: 86
Lakkoofsa Biyyoota Gabaasni Dhihaatee: 239
Lakkoofsa Waliigalaa Gumiiwwanii: 117,960
Lakkoofsa Namoota Ayyaana Yaadannoorratti Argamanii: 19,721,672
Namoota Maxinoo fi Wayinicharraa Fudhatan: 21,150
Lakkoofsa Babalʼistootaa a isa Guddaa: 8,699,048
Lakkoofsa Giddu Galaa Babalʼistoota Jiʼa Jiʼaan Hojii Lallabaarratti Hirmaatanii: 8,514,983
Dhibbeentaa Bara 2021 Irratti Dabalame: 0.4
Lakkoofsa Waliigalaa Namoota Cuuphamanii b: 145,552
Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitootaa c Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 1,489,252
Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitoota Gargaaraa Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 381,310
Saʼaatii Waliigalaa Tajaajilarratti Dabarfame: 1,501,797,703
Lakkoofsa Giddu Galaa Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu d Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 5,666,996
Waggaa tajaajilaa e 2022tti Dhugaa Baatonni Yihowaa qajeelchitoota addaa, misiyoonotaa fi ilaaltota olaanaa aanaa deggeruuf doolaara Ameerikaa miliyoona 242 baasaniiru. Addunyaa maratti, dimshaashumatti namoonni 21,629 taʼan waajjiroota damee keessa tajaajilaa jiru. Hundi isaanii miseensota Waldaa Obbolummaa Tajaajiltoota Yeroo Guutuu Addaa Dhagaa Baatota Yihowaati.
a Babalʼisaa kan jedhamu nama misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo babalʼisuu ykn lallabuurratti hinaaffaadhaan hirmaatudha. (Maatewos 24:14) Gabaasa kana ilaalchisee ibsa guutuu argachuuf, jw.org irraa mata duree “Addunyaa Irra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?” jedhu ilaali.
b Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼanii cuuphamuuf tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, jw.org irraa mata duree “Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?” jedhu ilaali.
c Qajeelchaa kan jedhamu Dhugaa Baatuu cuuphamee fi fakkeenya gaarii taʼu, misiraachoo lallabuurratti jiʼa jiʼaan saʼaatii murteeffame dabarsudha.
d Odeeffannoo dabalataa argachuuf, jw.org irraa mata duree “Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessan Maali Dha?” jedhu ilaali.
e Waggaan tajaajilaa 2022 Fulbaana 1, 2021 hanga Hagayya 31, 2022 kan jirudha.