QABIYYEE
Kutaa 1 UUMAMAA HANGA BISHAAN BADIISAATTI
- Waaqayyo Wantoota Adda Addaa Uumuu Jalqabe
- Jannata Bareedduu
- Dhiiraafi Dubartii Jalqabaa
- Iddoo Jireenyaasaaniitii kan Baafaman Maaliifi?
- Jireenya Ulfaataa Taʼe Jiraachuutu Jalqabame
- Mucaa Gaarii Taʼe Tokkoofi Mucaa Hamaa Taʼe Tokko
- Nama Ija Jabeessa Taʼe
- Namoota Dhedheeroofi Humna Guddaa Qaban
- Nohi Markaba Hojjete
- Bishaan Badiisaa Isa Guddaa
Kutaa 2 BISHAAN BADIISAATII HANGA GIBXII BAʼANITTI
- Sabbata Jalqabaa
- Namoonni Gamoo Guddaa Ijaaran
- Michuu Waaqayyoo Kan Ture Abrahaam
- Waaqayyo Amantii Abrahaam Qore
- Haati Manaa Loox Gara Duubaa Ilaalte
- Yisihaq Haadha Manaa Gaarii Argate
- Lakkuu Wal Hin Fakkaanne
- Yaaqoob Gara Kaaraan Dhaqe
- Yaaqoob Maatii Guddaa Qaba
- Dhineen Rakkoorra Buute
- Obboloonni Yoseef Isa Jibban
- Yoseef Mana Hidhaa Gale
- Abjuu Faraʼoon
- Yoseef Obbolootasaa Qore
- Maatichi Gibxiitti Gale
- Iyoob Waaqayyoof Amanamaa Ture
- Mootii Hamaan Tokko Biyya Gibxii Bulchuu Jalqabe
- Akkaataa Museen Itti Oole
- Museen Kan Baqate Maaliifi
- Huuxxii Bobaʼu
- Museefi Aaron Faraʼoon Duratti Dhihaatan
- Dhaʼichawwan Kurnan
- Galaana Diimaa Ceʼuu
Kutaa 3 GIBXII ERGA BAʼANII KAASEE, HANGA MOOTII ISRAAʼEL ISA DURAATTI
- Nyaata Haaraa
- Yihowaan Seerasaa Kenne
- Dibicha Warqeerraa Tolfame
- Dunkaana Waaqeffannaadhaaf Tajaajilu
- Gaaddota Kudha Lamaan
- Uleen Aaron Abaaboo Baaste
- Museen Katticha Rukute
- Bofa Sibiila Diimaarraa Hojjetame
- Harreen Tokko Ni Dubbatte
- Iyaasuun Geggeessaa Taʼe
- Rahaab Gaaddota Dhoksite
- Laga Yordaanos Ceʼuu
- Masaraa Yerikoo
- Hattuu Israaʼel Keessa Ture
- Giibeʼonota Gamnoota Turan
- Biiftuun Bakka Jirtutti Dhaabatte
- Dubartoota Ija Jabeeyyii Taʼan Lamaan
- Ruutiifi Naaʼomii
- Giidewoniifi Namoota 300
- Wareega Yiftaan Wareege
- Nama Humna Guddaa Qabu
- Mucaa Xinnoo Waaqayyoon Tajaajile
Kutaa 4 MOOTII ISRAAʼEL ISA JALQABAARRAA HANGA BOOJUU BAABILONITTI
- Mootii Israaʼel Isa Jalqabaa Kan Taʼe Saaʼol
- Waaqayyo Daawitiin Filate
- Daawitiifi Goliyaad
- Daawit Baqachuu kan Qabu Maaliifi
- Abigaayiliifi Daawit
- Daawit Mootii Taʼe
- Rakkoo Maatii Daawitirra Gaʼe
- Mootii Ogeessa kan Taʼe Solomoon
- Solomoon Mana Qulqullummaa Ijaare
- Mootummichi Ni Qoqqoodame
- Mootii Hamtuu Kan Taate Iizaabel
- Yoshaafaax Yihowaatti Amaname
- Ijoollee Dhiiraa Duʼaa Kaʼan Lama
- Intalli Tokko Nama Jabaa Tokko Gargaarte
- Yoonaasiifi Qurxummii Guddicha
- Waaqayyo Jannata Akka Fidu Abdii Kenneera
- Waaqayyo Hisqiyaas Mooticha Gargaare
- Mootii Gaarii Isa Dhumaa
- Nama Ija Jabeessa Taʼe
- Ijoollee Dhiiraa Arfan Baabilon Keessa Turan
- Yerusaalem Ni Balleeffamte
Kutaa 5 BOOJUU BAABILONII HANGA IJAARSA MASARAAWWAN YERUSAALEMITTI
- Fakkichaaf Hin Sagadne
- Barreeffama Keenyanirratti Harkaan Barreeffame
- Daaniʼel Boolla Leencaa Keessatti
- Sabni Waaqayyoo Baabilonii Baʼe
- Gargaarsa Waaqayyootti Amanamuu
- Mordekaayiifi Asteer
- Masaraawwan Yerusaalem
Kutaa 6 DHALOOTA YESUSII KAASEE HANGA DUʼASAATTI
- Ergamaan Tokko Maariyaamiin Haasofsiise
- Yesus Moonaa Keessatti Dhalate
- Namoota Urjiidhaan Geggeeffaman
- Yesus Mana Qulqullummaa Keessatti
- Yohannis Yesusiin Cuuphe
- Yesus Namoota Gadhee Mana Qulqullummaa Keessaa Ariʼe
- Dubartii Tokkoo Wajjin Boolla Bishaanii Biratti
- Yesus Gaara Tokkorratti Barsiise
- Yesus Namoota Duʼan Kaase
- Yesus Namoota Baayʼee Nyaachise
- Yesus Ijoollee Xixinnoo Ni Jaallata
- Akkaataa Yesus Itti Barsiise
- Yesus Warra Dhukkubsatan Fayyise
- Yesus Mootii Taʼee Dhufe
- Gaara Ejersaarratti
- Kutaa Fooqii Tokko Keessatti
- Yesus Dhaaba Ashaakiltii Keessatti
- Yesus Ni Ajjeefame
Kutaa 7 YESUS ERGA DUʼAA KAʼEE KAASEE HANGA PHAAWULOS HIDHAMETTI
- Yesus Duʼaa Kaʼe
- Mana Cufame Keessatti
- Yesus Gara Samiitti Deebiʼe
- Yerusaalem Taaʼanii Eeggachuu
- 106 Mana Hidhaatii Gadhiifamuu
- Isxifaanos Dhagaadhaan Rukutame
- Karaa Gara Damaasqoo Geessurratti
- Phexros Gara Mana Qorneelewos Dhaqe
- Gargaaraa Phaawulos Isa Haaraa kan Taʼe Ximotewos
- Mucaa Muge
- Markabni Tokko Biyya Bishaan Gidduu Jirtu Tokko Biratti Cabe
- Phaawulos Roomaa Keessatti