Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  1. 1. Amantii keenya ammuma cimsachuun kan nu barbaachisu maaliifi? (Ibr. 10:39)

  2. 2. Yihowaan kan hin mulʼanne taʼus isa “arguu” kan dandeenyu akkamitti? (Ibr. 11:27)

  3. 3. Raajii Kitaaba Qulqulluu qoruun faayidaa qaba kan jennu maaliifi? (Rom. 10:17)

  4. 4. Hafuurri qulqulluun amantii keenya guddifachuuf kan nu gargaaru akkamitti? (Luq. 11:13; Gal. 5:22)

  5. 5. Warri kaan amantii isaanii akka cimsatan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti? (1 Tas. 2:7, 8)

  6. 6. ‘Bakka Buʼaa Guddaa fi Fiixaan Baasaa amantii keenyaa xiyyeeffannaadhaan ilaaluu’ kan qabnu maaliifi? (Ibr. 12:2, 3)