Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

‘Amantii Qabaadhaa’!

‘Amantii Qabaadhaa’!

YOHAANNIS 14:1

GANAMA

  • 3:30 Muuziqaa

  • 3:40 Faarfannaa Lakk. 118 fi Kadhannaa

  • 3:50 ‘Amantii Qabaachuu’ kan Dandeenyu Akkamitti? Qabaachuu kan Qabnu hoo Maaliifi?

  • 4:05 Simpooziyemii: Fakkeenya Namoota Amantii Qabanii Hordofaa

    • • Yisihaaqii fi Ribqaa

    • • Asteer

    • • Ximotewos

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 60 fi Beeksisa

  • 5:15 “Ni Amanna, Kanaafuu ni Dubbanna”

  • 5:30 Haasaa Cuuphaa

  • 6:00 Faarfannaa Lakk. 52

WAAREE BOODA

  • 7:10 Muuziqaa

  • 7:20 Faarfannaa Lakk. 9 fi Kadhannaa

  • 7:30 Haasaa Sabaa Kitaaba Qulqulluu Irratti Hundaaʼe: Waaqa “Sobuu hin Dandeenye” Irratti Amantii Qabaadhaa

  • 8:00 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa

  • 8:30 Faarfannaa Lakk. 54 fi Beeksisa

  • 8:40 Simpooziyemii: Guyyaa Hundumaa ‘Amantiidhaan Deddeebiʼaa’

    • • “Matumaa hin Yaaddaʼinaa”

    • • “Yeroo Keessan Akka Gaariitti Itti Fayyadamaa”

    • • Yeroo Hundumaa ‘Kutaa Addunyaa hin Taʼinaa’

  • 9:40 “Yihowaan Warra kan Isaa Taʼan Beeka”

  • 10:15 Faarfannaa Lakk. 7 fi Kadhannaa