Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  1. 1. Amantii qabaachuun keenya buʼaa akkamii nuuf argamsiisa? (Yoh. 3:16)

  2. 2. Fakkeenya amantii Yisihaaq, Ribqaa, Asteerii fi Ximotewos hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (Lal. 4:11, 12; Far. 119:46; 2 Xim. 1:5)

  3. 3. Wanti haalli rakkisaan jiraatus lallabuu keenya akka itti fufnu nu kakaasu maali dha? (2 Qor. 4:13)

  4. 4. Guyyaa hundumaa ‘amantiidhaan deddeebiʼuu’ kan dandeenyu akkamitti? (2 Qor. 5:7)

  5. 5. Yihowaa biratti beekamuu kan dandeenyu akkamitti? (2 Xim. 2:19; Yaq. 4:6; 2 Qor. 13:5)