Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  1. 1. Namoota nagaa jaallatan adda baasnee beekuu kan dandeenyu akkamitti? (Luq. 10:6)

  2. 2. Namoonni nagaa jaallatan michuu Yihowaa akka taʼan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti? (Mat. 10:11)

  3. 3. Bulchaan Nagaa namoota nagaa jaallatan argachuuf kan nu gargaaru akkamitti? (Isa. 9:6, 7; Mat. 28:20)

  4. 4. Namoota nagaa jaallatan taʼuu keenya mirkaneessuu kan dandeenyu akkamitti? (Far. 11:5; 2 Xim. 2:24; Yaq. 3:17, 18)

  5. 5. Namoonni nagaa jaallatan kan wal gargaaran akkamitti? (2 Qor. 6:13)

  6. 6. ‘Hamaa gaariidhaan moʼuu keenya itti fufuu’ kan dandeenyu akkamitti? (Rom. 12:2, 6, 10, 18)

© 2022 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

CA-brpgm23-OA